Maqaa Dhaabbatichaa : Dhaabbata Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaáa Hasaasaa-Dodolaa
HDWSSSE ( Water Supply and Sewerage Services Enterprise)
Dh.Taj.B.Dhug.Dha.HD (Dhaabbata Tajaajila Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaáa Hasaasaa-Dodolaa )
የመጣጥ ዉሃና ፊሳሽ አገልግሎት ድርጅት
Dhaabbatichii Boordiin kan buluu taée Hojii Geggeessaa fi itti aanaa Hojii Geggeessaa kan qabuuf isaan jelatti Ammoo Daayrekitoreetii baayinaan 9 fi hojjigeeggeesaa Damee lama ofijelattii kan qabatu dha.
Haallii Dhaabbatichaa : Tajaajila Bishaan Magaalaa fi Baadiyaa Gandoota hedduu (Multi Village Scheme) jedhamee beekkama.
Eddoon ittii Argamuu: Naannoo Oromiyaa, Godinaa Arsii Lixaa , Aanaa Hasaasaa tti
Baayyinaa Uumataa Tajaajilamanii : 18012
Baayinaa Aanotaa Tajaajilaa kanatti fayyadamanii : Magaalaa = 2 (Hasaasaa Gandoota Baadiyyaa 5: Bucho, Madda baatuu, Urruba Hanxo, Urruba walqixxee, Allubbaa. Dodolaa Gandoota baadiyyaa 5:Bariisaa, Dannabaa,Tulluu Alaawnsoo, Caree Qacamaa, Qabee buurqituu ) fi Gandootaa Baadiyaa baayinaan = 10
Woliigalattii Gandootaa Magaalaa =9
Gandootaa Baadiyaa = 51,
Dimishaashattii: Gandota 10 keessattii Tajaajilaa kan kennaa jiruu dha.

Isaanis