WHAT WE DOAbout Us

We create experiences and build products that make business grow.

Maqaa Dhaabbatichaa : Dhaabbata Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaáa Hasaasaa-Dodolaa

HDWSSSE (Hasasa-Dodola Water Supply and Sewerage Services Enterprise)

Dh.Taj.B.Dhug.Dha.HD (Dhaabbata Tajaajila Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaáa Hasaasaa-Dodolaa )

ሃሳሳ-ዶዶላ የመጣጥ ዉሃና ፊሳሽ አገልግሎት ድርጅት

0123456789001234567890Baroota Tajaajilaa
0123456789001234567890012345678900123456789001234567890                     +Uumataa Tajaajilamanii
0123456789001234567890                     +Gandoota
012345678900123456789001234567890                     +Baay'inna Hojjattoota Biirichaa

OUR MISSIONDh.Taj.B.Dhug.Dha.HD (HDWSSSE )

Dhaabbatichii Boordiin kan buluu taée Hojii Geggeessaa fi itti aanaa Hojii Geggeessaa kan qabuuf isaan jelatti Ammoo Daayrekitoreetii baayinaan 9 fi hojjigeeggeesaa Damee lama ofijelattii kan qabatu dha.

MUL'ATA (VISION)
  • Dhaabbata Tajaajila Bishaan Dhugaatii fi Dhangala’aa Hasaasaa-Dodolaa uummannii magaalotaa fi Baadiyaa Ollaa Magaalotaa Jiraatan hundi faayyadamtoota bishaan qulqulluu ta’uu akkasumas lamii fayyaa qabeessaa ta’ee Omishaa fi Omishitummaa guddisee biyyaa jijjiiruu danda’e arguu dha
ERGAMA(MISSION)
  • Dhaabata Tajaajila Bishaan Dhugaatii fi Dhangala’aa Hasaasaa-Dodolaa humna bishaan amma jiru irratti hundaa’uun babalina magaalotaa fi Hawwaasa Baadiyaa Ollaa Magaalotaa Jiraatan fedhii maamilloota yeroodhaa gara yerootti dabalaa dhufuuf kenniinsaa tajaajila sadarkaa ol’aanatti foyyeessuun namni hundi fayyadamaa bishaan qulqulluu akka ta’u gochuudha.
CALL TODAY
+251 92 007 0560
E-MAIL
hdwssse@oromiawater.org
WAAJJIRA( OFFICE)
Naannoo Oromiyaa, Godinaa Arsii Lixaa , Aanaa Gadab-Hasaasaa
https://hdwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2024/01/Hojii-Gaggeessa-Dhaabbatichaa-2-scaled.jpg

Obbo Jawaaroo Dhaqqaboo

Hojii Gaggeessaa Dhaabbatichaa
  • CAREER & EXPERIENCE
  • AWARDS & RECOGNITIONS

Enthusiastic, Results-oriented Manager with experiences on-boarding, developing, and motivating high-performance teams that consistently produce upwards the growth of the company.

Efficiently enable enabled sources and cost effective products. Completely synthesize principle-centered information after ethical communities. Efficiently innovate open-source infrastructures via inexpensive materials.

Featured Management Team Members

https://hdwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2024/01/Hojii-Gaggeessa-Dhaabbatichaa-2-scaled.jpg

Obbo Jawaaroo Dhaqqaboo

Hojii Gaggeessaa

https://hdwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2024/01/Daayreektoreetii-Oomishaa-fi-ququllina-Bishaan-scaled.jpg

Obbo Xaahir Nuuree

Daayreektoreetii Oomishaa fi ququllina Bishaan

https://hdwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2023/12/Daayreektoreetii-Naamusaa-fi-Farra-Malaammaltumma-scaled.jpg

Aadde Almaaz Birhaanuu

Daayreektoreetii Naamusaa fi Farra Malaammaltumma

https://hdwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2023/12/Daayreektoreetii-KarooraBajaata-Hordoofii-fi-Gamaaggaama-scaled.jpg

Obbo Mohammed Irreessoo

Daayreektoreetii Karoora Bajaata ,Hordoofii fi Gamaaggaama

https://hdwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2023/12/Daayreektoreetii-Galii-scaled.jpg

Obbo Xaahir Jamaa

Daayreektoreetii Galii

https://hdwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2023/12/Daayreektoreetii-Dhimma-Maamilaa-fi-Komiikeshiin-scaled.jpg

Obbo AMusxafaa Guyyee

Daayreektoreetii Dhimma Maamilaa fi Komiikeshiin

https://hdwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2024/01/Daayreektoreetii-Raabsaa-fi-suphaa-Bishaan-scaled.jpg

Obbo Huseen Waariyoo

Daayreektoreetii Raabsaa fi suphaa Bishaan

https://hdwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2024/01/Hojii-Gaggeessa-Damee-scaled.jpg

Obbo Jeeylaan Eebbaa

Hojii Gaggeessa Damee Dodolaa

https://hdwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2024/01/Daayreektoreetii-Bulchiinsa-Nama-fi-Qabeenyaa-scaled.jpg

Obbo Waaqoo Qaalluu

Daayreektoreetii Bulchiinsa Nama fi Qabeenyaa

https://hdwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2024/01/Daayreektoreetii-Bulchiinsa-BalfaaDhangalaaa-fi-Saaniteeshiin-scaled.jpg

Obbo Mootummaa Hayiluu

Daayreektoreetii Bulchiinsa BalfaaDhangala’aa fi Saaniteeshiin

 

https://hdwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2024/01/Daayreektoreetii-Bittaa-fi-Bulchiinsa-Faayinaasii-scaled.jpg

Obbo Gammadaa Buttaa

Daayreektoreetii Bittaa fi Bulchiinsa Faayinaasii

 

KENNA TAJAAJILAA KENNA TAJAAJILAA

Dh.Taj.B.Dhug.Dha.HD (HDWSSSE)
https://hdwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2024/02/logo.png

Dhaabbata Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaáa Hasaasaa-Dodolaa | HDWSSSE (Hasasa-Dodola Water Supply and Sewerage Services Enterprise)

Connect with us
+251-

Subscribe to out newsletter today to receive updates on the latest news, releases and special offers. We respect your privacy. Your information is safe.

    Copyright ©2023 HD-WSSSE. All rights reserved    |   Powered by: OICT Solutions