Galmaawwan Gurguddoo

October 21, 2024by HDWSSSE Editor0

Kaayyoon gurgurdaan Dhaabbata Tajaajila Bishaan Dhugaatii fi Dhangala’aa Hasaasaa-Dodolaa

  1. Waliin gahiinsa bishaan dhugaatii (Access to safe drinking water is a basic human right.
    • Qulqulluu, Gahaa fi Itti-fufinsa
  2. Qisaasama bishaan dhugaatii gadi buusuu/xiqqeessuu /non-revenue water/
    • Seeralummaa sarara bishaanii/ ilegal connection,
    • Kaffaltii maamilarraa sassaabuu ,
    • Dhimmbisa bishaanii madda, sarara, kuusaa fi maamila,too’atuun bulchuu
  3. Sirna tajaajila maqsa balfa dhangalaa’aa fi goggogaa hordofuu
  4. Galii dhaabbatichaa dabaluu
  5. Baasii Dhaabbatichaa Qusannaan itti fayyadamuu
  6. Sirna ragaa fi odeeffannoo diriirsuu (data base & MIS) qindaa’aa horachuu

Tajaajila si’ataa, iftoominaa fi haqa qabeessa kennu

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Dh.Taj.B.Dhug.Dha.HD (HDWSSSE)
https://hdwssse.oromiawater.org/wp-content/uploads/2024/02/logo.png

Dhaabbata Tajaajilaa Bishaan Dhugaatii fi Dhangalaáa Hasaasaa-Dodolaa | HDWSSSE (Hasasa-Dodola Water Supply and Sewerage Services Enterprise)

Connect with us
+251-

Subscribe to out newsletter today to receive updates on the latest news, releases and special offers. We respect your privacy. Your information is safe.

    Copyright ©2023 HD-WSSSE. All rights reserved    |   Powered by: OICT Solutions